Skip to main content

Hazardous Waste Management Program document library — Afaan Oromoo

Date Document Description
December 7, 2023 Oomisha Manaa Kan Maatii Kootiif Nagaa Ta’e Akkamittan Bitaa? [Safe Shopper's Card, Oromo] (1.18MB) Xobbeen kun, jechoota akka CAUTION (OF-EEGGANNOO), WARNING (AKEEKKACHIISA), DANGER (BALAA QABA) yookiin POISON (SUMMII) ilaaluun ooomishaalee manaa nagaa ta’an akkam akka filattan isin agarsiisa.
October 12, 2023 Maal fiduufi [Business-What to Bring, Oromo] (1.28MB) Xobbeen kun, oomishalee baayyee baramaa balaa’amaa ta’anii fi daldaalaawwan seera qabeessa ta’an balfaa balaa’amaa isaanii kaffaltii malee eessatti akka gatan agarsiisa.
October 12, 2023 Maal fiduufi [Residential-What to Bring, Oromo] (1.27MB) Beeksisni kuni, oomishalee baayyee summaawoo ta’aniifi kaffaltii malee jiraattotni eessatti balfaalee summaawoo ta’an akka gatan agarsiisa.
October 1, 2018 Qulqulleessaa gaarii keessaniif toftaalee 6 [Safer Cleaning Recipes, Oromo] (1.82MB) Xobbeen kun, wantoota mana keessan keessatti dursaan qabaattaniin qulqullessitoota hojjechuu dhaaf tooftaa jaha tarreessa. Kaardiiwwan tooftaan darbii, yaa’musa xurii, caabiilee mana fincaanii, ujummoo, meeshaa qodaawoota itti dhiiqan, foddaawwan fi daawitii, fi iddo lakkaa’aa dhaaf qulqullessitoota hammatta.
expand_less